Afaan Oromoo: Kutaa 6 8 Sections41 Lessons365 Days
1.3: Barreessuu
Barreessuu: Nagaa Walgaafachuufi Ofbeeksisuu
Afaan Oromoo – Kutaa 6 (Grade 6)
30 min
Writing Skills
Communication
Sadarkaa Barnootichaa (Lesson Progress)
0% Xumurameera
Bu’aalee barachuu boqonnaa kanaa(Competancies)
Ga’uumsa barachuu yoo xiqqaate gonfatamuu qabu:
Jechoota nagaa gaafachuu sirriitti barreessuu.
Himoota gaggabaaboo waa’ee of-ibsuu ijaaruu.
Qubee guddaa fi sirna tuqaaleetti gargaaramuu.
Maqaa fi bakka jireenyaa sirriitti barreessuu.
Jechaa fi Fakkii (Words & Icons)
Akkam
Hello/How are you
Maqaa
Name
Mana Barumsaa
School
Bakka Jireenyaa
Residence
Shaakala Barreessuu (Guided Practice)
Bakka duwwaa guuti. (Fill in the blanks to complete the sentences.)
Maqaan koo
jedhama.
Umuriin koo waggaa
ti.
Ani
nan jiraadha.
Ani mana barumsaa
n baradha.
Ani barataa/tuu kutaa
ffaa ti.
Maqaan hiriyaa koo
jedhama.
Ganama
jennee walgaafanna.
Ani gosa barnootaa
nan jaalladha.
Ani
baay’ee nan jaalladha.
Yeroo adda baanu
jenna.
Barreessuu: Haasaa (Dialogue)
Boonaa fi Biiftuun mana barumsaatti wal aran. Deebii Biiftuu barreessi. (Write Biiftuu’s response.)
Bo
Boonaa: Akkam, fayyaa dha? Maqaan koo Boonaa jedhama.
Bi
Madaallii (Assessment)
Of-ibsuu Guutuu (Full Self-Introduction)
Keeyyata gabaabaa waa’ee kee ibsu barreessi. Maqaa kee, umurii, fi mana barumsaa kee caqasi. (Write a short paragraph about yourself.)
Qabxiiwwan (Checklist):
Maqaan qubee guddaan jalqabuu isaa? (Capital letters for names)
Tuqaa (.) dhuma himaa irratti fayyadamuu? (Full stop at end)
Jecha “Akkam” ykn “Nagaa” fayyadamuu? (Used greeting words)
Cheeklistii (Checklist)
Waan dandeessu mallattoo () godhi: